Bonamelkamubm
Joined 11 Fulbaana 2026
Bona Melkamu BM Ani Wikipedia Afaan Oromoo irratti hirmaataa haaraa fi barreeffamoota Afaan Oromoo fooyyeessuu fi beekumsa bilisaa babal'isuuf fedhii qabuudha. Dhimmoonni ani irratti xiyyeeffachuu barbaadu Afaan Oromoo, seenaa, hawaasummaa, aadaa fi odeeffannoo uummataaf faayidaa qabuudha. Wikipedia irratti barachuu, gulaaluu fi beekumsa qulqulluu maddoota amanamoo irratti hundaa'e dabaluuf hojjechaa jira.