The Wayback Machine - https://web.archive.org/web/20260519004440/https://om.wikipedia.org/wiki/Aljebraa
Jump to content

Aljebraa

Wikipedia irraa

Aljebraa ykn Gimwallaa(Gimxoosha waan hin beekkamne)(jecha Arabiffaa al-jebr jedhurraa dhufe hiikaansaas "reunion of broken parts" kan jechuun gunjaa'uu(gamtoomuu ) Hurraa ) damee herregaa ball'aa keessaa, tiyoorii lakkoofsaa, ji'oomeetirii fi qaaccessuu dabalatee, tokkodha. Aljebraan haala waliigalaan qorannoo mallattoowwanii fi seera mallattoowwan ittiin hujeessaniiti, kunis herreega hunda walitti fidee kan tokko taasisudha.