Aniya oromo
Anniyyaa oromo hararge bahaa kessaa Gola Odaa, Qumbii, Mayyuu fi Midhaga keessaa jiraatu. Anniyyicha ilmaan humbannaa
Baha Oromiyaa mooraa (Fugugii) jalqabee hanga kaaba Oromiyaa Wallootti faffaca'ee argama mee koottaa of baraa!
Anniyyaa Humbannaa
Anniyyaa Humbannaa Bareentoo.
Humbannaa ammoo anniyyaa qofa dhalee Du'ee
Anniyyaa ilmaan 7 dhalche.
1️⃣kooyyee/Afur dhalee
=Abbunnoo
=Guulle
=Duulachaa
=Gargadduu
2️⃣Biiduu/jahaa dhalee
=Bilidaa
=Daada
=Minoo
=Jaarsa-iluu
=Oogaa
=Kooyyu-omuu
3️⃣Maccaa/12 dhalee
=Jiddaa
=Arreellee
=Dhanqaa
=Kubbayyo
=Wallellee
=Koyyo-gobbaa
=Doggomaa
=Guddaa
=Maccertee
=Kuraa
=Guusaa
=Guubbu'aa
4️⃣Annaa/sadii dhalee
=Duulachaa
=Biidu-ibuu
=Midaa
5️⃣Malkaa/sadii dhalee
=Malkatuu
=Nuuraa
=Abbunnoo
6️⃣Baabboo/shan dhalee
=Itayyaa
=Amumaa
=Halchayaa
=Iddoo
=Awuu(Hariyyee)
7️⃣Dambii/sadii dhalee
=Dagaa
=Saaruu
=Nuunnoo